Mammaaksa Afaan Oromoo is a Books&Reference application developed by SHEGER-SOFT, but with the best Android emulator-LDPlayer, you can download and play Mammaaksa Afaan Oromoo on your computer.
Running Mammaaksa Afaan Oromoo on your computer allows you to browse clearly on a large screen, and controlling the application with a mouse and keyboard is much faster than using touchscreen, all while never having to worry about device battery issues.
With multi-instance and synchronization features, you can even run multiple applications and accounts on your PC.
And file sharing makes sharing images, videos, and files incredibly easy.
Download Mammaaksa Afaan Oromoo and run it on your PC. Enjoy the large screen and high-definition quality on your PC!
Hawaasni Oromoo dubbii ergaa guddoo qabdu dabarfachuufi gabaabsee fixuuf mammaaksatti dhimma baha. Yeroo baay’ee manguddoonni araarsufis ta’ee marii hawaas-dinagdee adda addaaf yoo walga’an yaada isaanii gadi fagessanii garuu osoo dubbii hindheeressin ibsachuuf mammaaksatti dhimma bahu.Mammaaksa Mosaajii kana keessatti argaman keessaa muraasa:
“Abbaan iyyatu malee ollaan hin birmatu”
“Abbaan daadhii dhugeef ilma afan hin urgaayu”
“Afaan gaariin afaa gaarii caala”
“Abbaa hin qabduu akaakayyuuf boochi”
“Abbaan cabsaa ofitti hin xiqqeessu”
“Bakka oolan irra bakka bulan wayya”
“Balaliitee balaliitee Allattiin lafa hin hanqattu”
“Bara bofti nama nayaate lootuun nama kajeelti”
“Bara dhibee bishaan muka namatti yaaba”
“Citaa tokko luqqaasaniif manni hin dhimmisu”
“Cubbuun bishaanii Harka buleen nama nyaachisa”
“Cabsituun tulluu amaaraatiin giraancee jetti”
“Dhabaaf malee sombi kan sareeti”
“Dhiira jirtuu dhiirummaa hin dhuunfatan”
“Dhiirsaa fi Niitiin muka tokko irraa muramu”
“Erga waraabessi darbee sareen dutti”
“Eeboo darbatanii jinfuu hin qabatan”
“Fagaatan malee mi'aa biyyaa hin beekan”
“Gamna gowwoomsun jibba dabalachuudha”
“Ganamaan bahanii Waaqa jalaa hin bahani”
